شبكة إيماننا الإسلامية | الدروس و المحاضرات
   
   
 

KITAABA
HAJJI`IIFII UMRAA

duree

 Hajji`iifii umraa

Gatii hajji`iifii umra`aa
Adaba Imaltu`uu
Akkaataa hajji`iifii umraa hidhatuu
gosa hidhanna’aa 
Owwaatinsa ( attalbiya )
Waan nama hajji`iifii umraa hidhaterratti dhoowwamu
naamusa  Makka  seenu'uu
Xawaafa dhufiinsaa
Saysakha
Sa`yii
Arafaa dhaabbatuu
Arafa`arraa gara muzdalifa`aa dacha`uu
Muzdalifarraa gara mina yaa`u
Dalagaa guyyaa iida arafa`aa minatti dalagan
Mina buluu
Xawaafa dhaammanna`aa
umraa
Hajjiin ir`atuun waa afurin
Al`ihsaar ( dhoowwamuu )
Ziyaaraa masjida nabi muhammadiifii
Bid’aa bakka ziyaara’atti dhiifamuu qabdu
Waan nama madiinaa dhaqerraa barbaadamu
Dhuma kitaabaa
 

 

 

 

 

 

 

 

KITAABA
HAJJI`IIFII UMRAA

   
 

 

ÇáãØáæÈ ãä ÇáÍÇÌ ÇíÇã æÌæÏå  Ýì ÇáãÏíäÉ

WAAN NAMA MADIINAA DHAQERRAA BARBAADAMU

 

Hanga madiinaa taa’u salaata hunda masjida nabitti salaatuu keessa taa’uu niyyatuu guyyaa hunda.keessattu guyyaa jum’aadhatiifii guyyaa khamisaa ganamaan bayee qabroota madiinaadhaa ziyaaruu eega nabi muhammadirratti salaammatee . hoggaa qabroota gaye akki je’u:

ÇáÓáÇã Úáíßã ÏÇÑ Þæã ãÄãäíä æÇäÇ Çä ÔÇÁ Çááå Èßã áÇÍÞæä ÇäÊã ÓáÝäÇ æäÍä ÈÇáÃËÑ íÛÝÑ Çááå áäÇ æáßã  Çááåã ÇÛÝÑáÃåá ÈÞíÚ ÇáÛÑÞÏ Çááåã áÇ ÊÍÑãäÇ ÇÌÑåã æáÇ ÊÝÊäÇ ÈÚÏåã

{Assalaamu kgaleykum daara qawmin mu’miniin wa innaa inshaa’allaahu bikum laahiquuna antum salafunaa wa nahgnu bil’athar yaghfirullaahu lanaa walakum .allaahumaghfir li ahli baqiikgilgharqad allaahumma laa tahgrimnaa ajrahum wa laa taftinnaa bakgdahum }  

Ma’naan isaa :

Akkana { yaa warra qabroota islaamaa nageenyi rabbi isinirratti haa jiraatu nuti yoo rabbi je’e isin dhaqqabna  isin nu dura dabartanii nuti isin faana jirra Rabbiin nuufii isiniif haa araaramu .yaa rabbi warra qabroota gharqadiif araarami yaa rabbi sawaaba isaanirraa nun hoongessin. eega isaanitii fitnaa nun godhin .

Qabrii qabroota madiina’aa keessaa beekkamtu yookaa mul’attu ziyaarun ni barbaadama . tan akka qabrii ilma nabii ibraahiim tan takka qabrii asaab usmaan , abbaas , safiyyaa adaadaa nabii nageenyi isaanirratti haa jiraatuu

Akkasuma masjida qubaa ziyaarun ni barbaadama keessatti salaatu’uu jecha keessattuu khamiisafii jum’ata

Waan dhaga’aafii biyyee madiina’aa taye . takkaa isi’irraa tolfame fudhatee biyya ifittiin galatuu hin qabu .

Akkuma biyyee makkaatifii dhagaa makkaa haramarraa baasuu hin qabne . yoo zamzama taate malee

Hoggaa madiina’arraa gara galaa takkaa gara biyya isaa deebi’uu fedhee raka’aa lama masjida keessatti  salaatee waan fedhu Rabbi khadhatee eegasii nabitti nabirratti salaammata. salaamta’aafii du’aa’ii hoggaa dhufe je’e hunda ni deebisa  .

Eegasii  wanni je’u

{ Çááåã áÇÊÌÚá åÐÇ ÂÎÑ ÚåÏì ÈÍÑã äÈíß æÑÓæáß æíÓÑ áì ÇáÚæÏ Çáì ÇáÍÑãíä ÓÈíáÇ ÓåáÉ æÇÑÒÞäì ÇáÚÝæ æÇáÚÇÝíÉ Ýì ÇáÏäíÇ æÇáÂÎÑÉ}

{Allaahumma laa tajkgal haazhaa aakhira kgahdii bi hgarami nabiyyika wa rasuulika  wa yassir lii  al’awda  ilalhgarameyni sabiilan sahlatan warzuqnii alkgafwa wal kgaafiyata fiddunyaa wal`aakhirati .}

Ma`naan isaa :

Yaa Rabbi ziyaaraa tiyya tana ziyaaraa biyya nabiyyii keetii tan boodde`ee narraan godhin yaa Rabbi Makkaa Madiina`atti deebi`uu naa laaffisi yaa Rabbi fayyaadhafii araara addunya`aa aakhira`atti naa khenni .

Eegasii masjidarraa baya fuula dura deema`aa dudda duuban deema`aatii  mitii .

Wanni hoggaa amnaaf karaa bu`u je`uun barbaadamu hunoo akkana .

} Çááåã Åäì ÇÓÇáß Ýì ÓÝÑì åÐÇ ÇáÈÑ æÇáÊÞæì æãä ÇáÚãá ãÇ ÊÍÈ æÊÑÖì {

{ALLAAHUMMA INNII AS`ALUKA FII SAFARII HAAZHAA AL BIRRA WATTAQWAA WA MINALKGAMALI MAA TUHGIBBU WA TARDGAA .}

Ma`naan isaa : 

Yaa Rabbi safara kiyya kana keessatti waan gaari`iifii sodaa tee naa kennu`uun si kadha ammallee waan dalagaa tayi ta ati jaalatee narraa qeebaltu na qunnamsiisu`un si kadhadha je`a isaa mandara nabiitirraa deemun isa laalessu akkas je`a duuba isaa waan qabu kan kennuu dandayu maskiina madiina`aatii kennu isaa waan joollee isaatin nama isaatin gammachiisu kan akka timira madiina`aa zamzama makkaa isiin wajji yoo dandaye fudhatu isaa qalbiin isaa makkaa madiina`atti rarraatu kan itti deebi`uudhaa hawwu gara biyya isaa amna eegala yookaa jalqaba isaa adaba safaraa takkaa imalaa kan jalqaba kitaaba kanatti dubbanne hunda dalagu  yookaa hojjatu karaa biyya isaa deema duuba hoggaa ganda isatti dhiyaate nama dhufiinsa isaa warra isaa beysisu if dura erga akka isaanii quban qabne irran dhaabbanne tanaaf jecha yoo halkan ganda isaa gaye bakka biraa bulee guyyaa seenu`uutu gaarii .

 

 

 

 

 

 

 

 

 

kh_rashad2004@hotmail.com